Jiratee iji nun arginee
duutee gurri nu dhageenyee
Iji nu imimaanii
boonyee si hin hoobafannee
oromticha urjii qabsoo
situ nuuf ture abdii
nuuf uwwaadhu si waamnaa
sagaleessi bakka jirtuu
jirachuu keedha shakkinee
marsee biyya lafaa marsee(2)
ani sumaan barbadaa(2)
nan deemaa nan jooraa
hin barbada marsee
lafa namaa bineensi jiruu
badaas tahu gammojjii lixee
jaal nadhii jaal nadhii gammadaa
naaf jecha dhabbamte
hin haftu dhokatee
yaa jawwee goobalee situ liqimse moo
ardaa gulaalee boochee awwaltee moo
dabal mootii garaa jiraa dhoksitee moo
mafaan dhaabe nadhii maloo (2)
yaa simbir barrisi hawaa samii jalaa
yaa lleettii figii bubbee dachii gubbaa
yaa leenca baroodii garaa leenca keessaa
goota oolmaa gootaa
urjii qabsoo keessaa
barbaacha jalaanii naa birmadhaa(2)
quuqaa lammii garaa raasee si basee
Dutus hin haftu gumaan kee
Jiraatus nu boonsa hojii kee
sirraa bareeda lachuu
baguma si deesse haati kee.
nan deemaa nan jooraa
nan barbaada marsee
lafa namaa bineensi jiruu
badaas tahu gammojjii lixee
jaal nadhii jaal nadhii gammadaa
naaf jecha dhabbamte
hin haftu dhokatee
quuqaa lammii garaa raasee si basee
Dutus hin haftu gumaan kee
Jiraatus nu boonsa hojii kee
sirraa bareeda lachuu
baguma si deesse haati kee.
Bareeda jabaadhu.
ReplyDeleteGalatoomaa
Delete