Ilaaluma arguun horiin ni gadoodaa
afaanuma beekuun iyyee iyyee mamar'ataa
Albeen isa qaltee anafis qaramtee
Horinillee ni beekaa iyyee lallabatee
kan afaan hin beekne boohe gangalatee
rorroo obbolleessaa garaan dadhabatee
falmachuudhaafi horii gadoode mar'atee
Ilaaluma arguun horiini ni gadoodaa
afaanuma beekun iyyee iyyee mamar'ataa
qumni harka dhawwee ija gurra laatee
Horinillee ni beekaa irraa walgafatee
akka ilma namaa quba walitti laatee
walitti hin dawwatuu
halaala dhabbatee rorroo isaa gamtee
Ilaaluma arguun horini ni gadoodaa
afaanuma beekun iyyee iyyee mamar'ataa
falmachuudhaafi horii gadoode mar'atee
walirraa hin dheessinee waan isaa hubatee
beeyladaan kotteedhaa hoggaa akka taatee
duubaa sammuu namaa tan yadaan guutamtee
loontu nama calaa jechuun natti ulfatee
osoo beeku namni horii maa hanqatee
Ilaaluma arguun horiini ni gadoodaa
afaanuma beekun iyyee iyyee mamar'ataa
Albeen isa qaltee anafis qaramte
Horinillee ni beekaa iyyee lallabatee
kan afaan hin beekne boohe gangalatee
rorroo obbolleessaa garaan dadhabatee
falmachuudhaafi horii gadoode mar'atee
Ilaaluma arguun horini ni gadoodaa
afaanuma beekun iyyee iyyee mamar'ataa
qumni harka dhawwee ija gurra laatee
Horiinillee ni beekaa irraa walgafatee
akka ilma namaa quba walitti laatee
walitti hin dawwatuu
halaala dhabbatee rorroo isaa gamte
Ilaaluma arguun horini ni gadoodaa
afaanuma beekun iyyee iyyee mamar'ataa
falmachuudhaafi horii gadoode mar'atee
walirraa hin dheessinee waan isaa hubatee
beeyladan kotteedhaa hoggaa akka taatee
duubaa sammuu namaa tan yadaan guutamtee
loontu nama calaa jechuun natti ulfatee
osoo beeku namni horii maa hanqatee
afaanuma beekuun iyyee iyyee mamar'ataa
Albeen isa qaltee anafis qaramtee
Horinillee ni beekaa iyyee lallabatee
kan afaan hin beekne boohe gangalatee
rorroo obbolleessaa garaan dadhabatee
falmachuudhaafi horii gadoode mar'atee
Ilaaluma arguun horiini ni gadoodaa
afaanuma beekun iyyee iyyee mamar'ataa
qumni harka dhawwee ija gurra laatee
Horinillee ni beekaa irraa walgafatee
akka ilma namaa quba walitti laatee
walitti hin dawwatuu
halaala dhabbatee rorroo isaa gamtee
Ilaaluma arguun horini ni gadoodaa
afaanuma beekun iyyee iyyee mamar'ataa
falmachuudhaafi horii gadoode mar'atee
walirraa hin dheessinee waan isaa hubatee
beeyladaan kotteedhaa hoggaa akka taatee
duubaa sammuu namaa tan yadaan guutamtee
loontu nama calaa jechuun natti ulfatee
osoo beeku namni horii maa hanqatee
Ilaaluma arguun horiini ni gadoodaa
afaanuma beekun iyyee iyyee mamar'ataa
Albeen isa qaltee anafis qaramte
Horinillee ni beekaa iyyee lallabatee
kan afaan hin beekne boohe gangalatee
rorroo obbolleessaa garaan dadhabatee
falmachuudhaafi horii gadoode mar'atee
Ilaaluma arguun horini ni gadoodaa
afaanuma beekun iyyee iyyee mamar'ataa
qumni harka dhawwee ija gurra laatee
Horiinillee ni beekaa irraa walgafatee
akka ilma namaa quba walitti laatee
walitti hin dawwatuu
halaala dhabbatee rorroo isaa gamte
Ilaaluma arguun horini ni gadoodaa
afaanuma beekun iyyee iyyee mamar'ataa
falmachuudhaafi horii gadoode mar'atee
walirraa hin dheessinee waan isaa hubatee
beeyladan kotteedhaa hoggaa akka taatee
duubaa sammuu namaa tan yadaan guutamtee
loontu nama calaa jechuun natti ulfatee
osoo beeku namni horii maa hanqatee
Tags
Lyrics