Muktaar Usmaan Sheek - Jette Jette-Full Oromo music lyrics

 

Jette jetteet itti dhiifti

Hee balloo

Oduun maal nuu gooti

Jette jetteet itti dhiifti

Hee balloo

Oduun maal nuu gooti

A!A!A!

Kuudhama too

kan waljalaate nu lamanii

Abbaan inaafte haa qaaritu mukaraani

maaluma feena walarganaan nu lamani?

Abbaan inaafte of haa rarraftu funyooni.

Ha!Ha!Ha! 

ishkee,ishkee

Haa hamaatu hamattuni  lisee too

otoo hidhii nyaatu duuti,

otoo hidhii nyaatu duuti.

kiyyaaf tee ana fi situ murteessa qalloo too,

itti kolfatumma dhiisi,

kolfatumma dhiisi,

itti kolfatumma dhiisi.

maaltu gubee isaan marache?lisee too

waal jalachuun waan jiraati,

waal jalachuun waan jiraati,

kottu natti marami lookoo qalloo too.

jaalalan dheebuu na baasi

jaalalan dheebuu na baasi,

dheebuu na baasi,eyyee

jaalalan dheebuu na baasi.

Aboote moo Garba gurrachatin si eega?

na moote hoo akka na goote situ beeka.

Aboote moo Garba gurrachatin si eega?

na moote hoo akka na goote situ beeka.

Jette jetteet itti dhiifti

Hee balloo

Oduun maal nuu gooti

Jette jetteet itti dhiifti

Hee balloo

Oduun maal nuu gooti

A!A!A!

Kuudhama too

kan waljalaate nu lamanii

Abbaan inaafte haa qaaritu mukaraani

maaluma feena walarganaan nu lamani?

Abbaan inaafte of haa rarraftu funyooni.

Ha!Ha!Ha! 

ishkee,ishkee

summii faacasa ollanii lisee too,

summeessanii sitti odeessu.

akkaan onnee irraa si jalaadhu beekta

hin shakkinii ani sin dhiisuu

Eeyye ani sin dhiisuu

yaa hamattu hamatun lisee too,

kumatamaan walitti yaatee

kumatamaan walitti yaatee

osoo teesse ija dhiibdu gommatuu,

Aduun batee itti dhiite

Aduun batee itti dhiite

kunoo itti dhiite

wajagsituun dhufte qalloon durba mettaa

nan hambiftu ani hin galu kana beekaa

wajagsituun dhufte qalloon durba mettaa

nan hambiftu ani hin galu kana beekaa

Jette jetteet itti dhiifti

Hee balloo

Oduun maal nuu gooti

Jette jetteet itti dhiifti

Hee balloo

Oduun maal nuu gooti

A!A!A!

Kuudhama too

kan waljalaate nu lamanii

Abbaan inaafte haa qaaritu mukaraani

maaluma feena walarganaan nu lamani?

Abbaan inaafte of haa rarraftu funyooni.

Ha!Ha!Ha! 

ishkee,ishkee

Haa hamaatu hamattuni  lisee too

otoo hidhii nyaatu duuti,

otoo hidhii nyaatu duuti.

kiyyaaf tee ana fi situ murteessa qalloo too,

itti kolfatumma dhiisi,

kolfatumma dhiisi,

itti kolfatumma dhiisi.

maaltu gubee isaan marache?lisee too

waal jalachuun waan jiraati,

waal jalachuun waan jiraati,

kottu natti marami lookoo qalloo too.

jaalalan dheebuu na baasi

jaalalan dheebuu na baasi,

dheebuu na baasi,eyyee

jaalalan dheebuu na baasi.

Aboote moo Garba gurrachatin si eega?

na moote hoo akka na goote situ beeka.

Aboote moo Garba gurrachatin si eega?

na moote hoo akka na goote situ beeka.

Jette jetteet itti dhiifti

Hee balloo

Oduun maal nuu gooti

Jette jetteet itti dhiifti

Hee balloo

Oduun maal nuu gooti

A!A!A!

Kuudhama too

kan waljalaate nu lamanii

Abbaan inaafte haa qaaritu mukaraani

maaluma feena walarganaan nu lamani?

Abbaan inaafte of haa rarraftu funyooni.

Ha!Ha!Ha! 

akkami jedhettan si dhiisa qalloo too,

nadhii hidhiin damma roobsu

ana fi si gargaari hin baanu jorroo too

abbaan fedhe haa odeessu

marree haa odeessu

eeyye abbaan fedhes haa odeessu.

jaalala onneetu dammeessa lisee too

nadhii isaa dhandhamuufi

natti maraami lookoo qalloo too 

jaalalan dheebuu na baasi

jaalalan dheebuu na baasi,

dheebuu na baasi,eyyee

jaalalan dheebuu na baasi.

wajagsituun dhufte qalloon durba mettaa

nan hambiftu ani hin galu kana beekaa

wajagsituun dhufte qalloon durba mettaa

nan hambiftu ani hin galu kana beekaa

Jette jetteet itti dhiifti

Hee balloo

Oduun maal nuu gooti

Jette jetteet itti dhiifti

Hee balloo

Oduun maal nuu gooti

A!A!A!

Kuudhama too

kan waljalaate nu lamanii

Abbaan inaafte haa qaaritu mukaraani

maaluma feena walarganaan nu lamani?

Abbaan inaafte of haa rarraftu funyooni.

Ha!Ha!Ha! 

ishkee,ishkee




Oronet Technologies

Post a Comment

Previous Post Next Post