Affiliate Marketing Maali?


 

Affiliate Marketing Maali?

Affiliate marketing gosa beeksisa dhaabbati tokko maxxansitoota qaama sadaffaa tiraafikaa jijjiiruuf kaffalu ykn gara oomishaa fi tajaajila isaaniitti geessudha. Maxxansitoonni qaama sadaffaa walitti hidhamiinsa kan qaban yoo ta’u, kaffaltiin komishinichaas karaa dhaabbaticha itti beeksisan akka barbaadan isaan kakaasa. 

Dhabbata tokkof oomishoota isaa beeksiiftaaf (Promote products) erga ati beeksiiftee geessituu(link) siif kenname saniin maamiltoonni oomisha ati beeksiifte san yoo bite ati commission parsantii tahe argata.parsantiin ati argatu dhabbata irraa dhabbaatatti garagarummaa qaba.

Oomishaa beeksiiftu kana karalee garagaratiin beeksiisuu dandeetta.

●Website 

●YouTube 

●Facebook fi gosa miidiyaa hawaasaa garagaraan beeksiisuu dandeessa.

Garuu osoo website tahee hedduu filatamaadha.


Faayidaa Affiliate Marketing

  • Gabaa adda addaa ta’e argachuu
  • hordoffii carraa gurgurtaa fooyya’aa ta’e argachuu

  • beeksisa gatii xiqqaa qabu argachuu fa'a
Miidhaa Affiliate Marketing
•gowwoomfamuu fi hannaaf carraa uuma.
Fakkeenyota Affiliate Marketing:
●Amazon 
●Zvjoo 
Affiliate marketing biyya keenyatti dhabbilleen tokko tokko eegalaniiru.




Oronet Technologies

Post a Comment

Previous Post Next Post