Hanna irraa of Eeggadhaa
Dhabbilleen kunneen baruma kana keessa nu wajjin hojjadhaa ni sooramtuu jechuun uummata biyya keenya hedduu saamanii rakkoo dinaagdee, fayyaa fi xin-sammuu hamaa uummata irratti darbatanii deeman ammas gareen isaanii kan asitti hafe workxon jedhamu saamicha itti fufeera.
2. Breaking through company
Dhabbanni kuni immoo leenjii guddina sammuu (mental development training ) kenna jechuun dhaloota mancasaa jira.akka odeeffanneetti dhabbanni kuni biyya sudaanii fi africaa kibbaatti kan hundeeffame yoo tahu biyya keenya keessattis waggaa lama guutera.dhabbatichi bajaata guddaa ramaduun dhaloota burjaajeessuu irratti ragaan hedduun ni muldhisa.
Haala armaan gadii kannaan miseensa horata
- pakeejii (yellow) =birrii kuma shan(5000)
- pakeejii (orange)= birrii kumakudhaaniifi dhibba jaha(10600)
- pakeejii(green)= birrii kuma digdamafidhibba jaha (20600)
- pakeejii(golden)= birrii kuma soddoomii sagal(3900)
3.Telegram bot
Telegram bot yeroo bay'ee burjaajeessuufi itti dhimma bahaan hedduudha akka fakkeenya dhiheenya kana akka badhaasa gara gara fakkeessuun garee telegram hedduu irratti namni walii qooda.
ethiotelecom,safaricom fi bankii wahii maqaa dhahaanii badhafamaa jedhu .hedduun namaa birrii argadha jedhanii guyyaa gutuu namaaf qoodun yeroo isaanii gubu.
Hannaa fi gowwoomsaa akkasii irraa of Eeggaa!!!